Lyrics

Ohh ho ho ho ho, aha ha ha ha ohh ho ho Ohh ho ho ho ho, aha ha ha ha aha ha Jirra jirra jirraa jirra Jirra jirra jirraaa Jirra jirra jirraa jirra Jirra jirra jirraaa Jirra bullee barii arguuf Garaa nu ballisee yaa nuhii yaa nuhii Yaa nuhii yaa waa irraanfachuuf Yaa waa irraanfachuuf Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii Tafkiidhaaf utaalchooo Geergoodhaaf miliqqeee Xaddee kuttee hin baaneef Waayyuudhaaf rasaasa Allaattiidhaaf koochoo Allaattiidhaaf koochooo Qocaadhaaf dhagaacha Kennaa maaltu dida jirra hunda baachaa Kennaa maaltu dida jirra hunda baachaa Jirra jirra jirraa jirra Jirra jirra jirraaa Jirra jirra jirraa jirra kunoo har'allee jirra Yaaaa nuhii Nan mammaaka na mammaaksisa Uumamni seera uumaa dabse Raajii bara kanaan raajaka Erga buqqeen dhagaa cabsee Nan mammaaka na mammaaksisa Raajii bara kanaa yaa jamaa Boolla keessa teessee boolla qotti Dhaala abbaashee ilmoon rirmaa Shiran shiranii Garaaf qalbii kiyya hatanii Akkan sirraa cituuf yaadanii Maal godheen an sirraa citaa Maal godheen an sirraa citaaaa Si fudheen Gincii koo lixa Si fudheen Gullisoo lixa Si fudheen Dadar koo lixa Si fudheen Shaallaa koo lixa Si fudheen Shukkutee lixaa Si fudheen Sabbataa lixa Si fudheen Awwadaayi lixa Shira shiranii Isaanoo nu doorsisanii Akkan sirraa cituuf yaadanii Maal godheen an sirraa cita Maal godheen an sirraa citaaaa Si fudheen Ajjee koo lixa Si fudheen Sarboo koo lixa Bulee Horaa koon siin lixa Si fudheen Naqamtee lixa Si fudheen Machaaraa lisa Si fudheen Shaashee koo lixa Si fudheen Guddar koo lixaa Si fudheen Baabbichee koo lixa Si fudheen Najjoo koo lixa Si fudheen Ammayya lixa Jirra jirra jirraa jirra Jirra jirra jirraaa Jirra jirra jirraa jirra Jirra jirra jirraaa Jirra bullee barii arguuf Garaa nu ballisee yaa nuhii yaa nuhii Yaa nuhii yaa waa irraanfachuuf Yaa waa irraanfachuuf Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii Yaa waa irraanfachuuf yaa nuhii Baayyinni rakkoodhaa furmaata mataansaa Har'een ba'aa diddeeti taate harre diidaa Qambar sadii cabseeti Qambar sadii cabseeti qotiyyoon gafarsaa Hammeenyi ulee mataas injiraan ajjeesa Hammeenyi ulee mataas injiraan ajjeesa Jirra jirra jirraa jirra Jirra jirra jirraaa Jirra jirra jirraa jirra kunoo har'allee jirra Yaaaa nuhii Nan mammaaka na mammaaksisa Uumamni seera uumaa dabsee 'In mullata deemi naan jedha Dukkana dukkanatti ibsee Nan mammaaka na mammaaksisa Raajii bara kana yaa jamaa Boolla keessa teessee boolla qotti Dhaala abbaashee ilmoon rirmaa Shiran shiranii Garaaf qalbii kiyya hatanii Akkan sirraa cituuf yaadanii Maal godheen an sirraa cita Maal godheen an sirraa citaaaa Si fudheen Meettaa koo lixa Si fudheen Horroo koo lixa Si fudheen Walisoo lixa Si fudheen Ginniir koo lixa Si fudheen Roobee koo lixa Si fudheen Leemman koo lixa Si fudheen Sulultaa lixa Shira shiranii Isaanoo nu doorsisanii Akkan sirraa cituuf yaadanii Maal godheen an sirraa cita Maal godheen an sirraa citaaaa Si fudhen Dodolaa lixa Si fudheen Begii koo lixa Si fudheen Jalduu koo lixaa Si fudheen Maqii koo lixa Si fudheen Gaalessa lixa Liiban Cuqqaalaan siin lixa Si fudheen Gindoo koo lixa Dambi Doolloo koon siin lixa Si fudheen Amboo koo lixa Si fudheen Cillimoo lixa Si fudheen Finfinnee lixa Si fudheen Shaggar koo lixa Si fudheen Oromiyaa lixa Biyya Abbaa kootiin siin lixa Si fudheen Oromiyaa lixa Biyya abbaa kootiin siin lixa Si fudheen Oromiyaa lixa Biyya abbaa kootiin siin lixa Si fudheen Biyya abbaa koo Si fudheen Biyya abbaa koo
Writer(s): Samuel Alemu, Hachalu Hundessa Lyrics powered by www.musixmatch.com
instagramSharePathic_arrow_out