Music Video

Featured In

Credits

PERFORMING ARTISTS
Haacaaluu Hundeessaa
Haacaaluu Hundeessaa
Performer
Hachalu Hundessa
Hachalu Hundessa
Performer
COMPOSITION & LYRICS
Hachalu Hundessa
Hachalu Hundessa
Songwriter

Lyrics

Oolmaa keetu Ulfaatee
Kan anaaf naa Ooltee
Rakkinaaf gadadoo kan nafaana argitee
Anoo humna hin qabu Waa tokkoo sii hin godhuu
Du'ee badu sille an si'i hin Irraanfadhu
Anoo humna hin qabu Waa tokkoo sii hin godhuu
Du'ee badu sille an si'i hin Irraanfadhu
Huunda dandeessuu koo
Yaa bara fakkaattuu
Na ragaan siif baha kan akka kee hin jirtuu
Rabbi Anaafi si Uume
Huunda kee tottolche
Keesa keef bifa kee
Walqixa bareeche
Huunda dandeessuukoo
Yaa bara fakkaattu
Na ragaan siif baha kan akka kee hin jirtuu
Rabbi Anaafi si Uume
Huunda kee tottolche
Keesa keef bifa kee
Walqixa bareeche
Jireenyii koo marrii
Jireenyi dacheerra
Si malee naa hin ta'uu
Waa hundii waa mara
Anoo humna hin qabu waa tokko sii hin godhuu
Du'ee baduu sille an si'i hin irraanfadhu
Jireenyii koo marrii
Jireenyi dacheerra
Si malee nanta'uu
Waa hundii waa mara
Anoo humna hin qabu waa tokko sii hin godhuu
Du'ee badu sille an si'i hin irraanfadhu
Oolmaa keetu Ulfaatee
Kan Ati naaf Ooltee
Rakkinaaf gadadoo kan nafaana argitee
Anoo humna hin qabu Waa tokkoo sii hin godhuu
Du'ee baduusille an si'i hin Irraanfadhu
Anoo humna hin qabu Waa tokkoo sii hin godhuu
Du'ee baduusille an si'i hin Irraanfadhu
Kam himeen kam dhiisaa
Waan ati naaf taate
Rakkannaan rakkate gaddinaan gadditee
Obseeto beektuuko
Yaa goota Jaalalaa
Naaf jiraadhu malee maalan jedhaa silaa?
Kam himeen kam dhiisaa
Waan ati naaf taate
Rakkannaan rakkate gaddinaan gadditee
Obseeto beektuuko
Yaa goota Jaalalaa
Naaf jiraadhu malee maalan jedhaa silaa?
Waaye kee Ibsuudhaf an jechoota hin qabu
Yoo jirtun an jiraa kanaan achi hin jiru
Anoo humna hin qabu Waa tokkoo siin godhuu
Du'ee baduusille an si'i hin Irraanfadhu
Waaye kee Ibsuudhaf an jechoota hin qabu
Yoo jirtun an jiraa kanaan achi hin jiru
Anoo humna hin qabu Waa tokkoo siin godhuu
Du'ee baduusille an si'i hin Irraanfadhu
Written by: Hachalu Hundessa
instagramSharePathic_arrow_out